namticha tikkotu ture. saree qaba. saree kanas. akka inni bishaan irra fuugu.barsiise.guyyaa tokko hiriyyaa isaa. qarqara bishaaniitti. baallame.hiriyaansaa.akkuma dhufeen. namtichi sareedhaaf mallattoo kenne. sareenis erga mallattoo argee. bishaan irra fiiguu eegale. abbaa saree hedduu itti tole.hiriyyaansaa garuu. akka homtuu hin uumamnneetti.caluma jedhee. ilaale. abbaa saree wantichi dhibee. amma as irraa maal hubatte.jedhee gaafate. namtichis. akka sareen bishaan keessa daakuu hin dandeenye hubadhe. jedhee deebise.namoonni waan nuti itti xaaree. arganne akka salphatti.qeequu danda’u. kanaafuu hamileen si hin cabin.like sher gochuun na jajabeessaa. guyyaa gaarii!!!
wow
LikeLike