namticha tikkotu ture. saree qaba. saree kanas. akka inni bishaan irra fuugu.barsiise.guyyaa tokko hiriyyaa isaa. qarqara bishaaniitti. baallame.hiriyaansaa.akkuma dhufeen. namtichi sareedhaaf mallattoo kenne. sareenis erga mallattoo argee. bishaan irra fiiguu eegale. abbaa saree hedduu itti tole.hiriyyaansaa garuu. akka homtuu hin uumamnneetti.caluma jedhee. ilaale. abbaa saree wantichi dhibee. amma as irraa maal hubatte.jedhee gaafate. namtichis. akka sareen bishaan keessa daakuu hin dandeenye hubadhe. jedhee deebise.namoonni waan nuti itti xaaree. arganne akka salphatti.qeequu danda’u. kanaafuu hamileen si hin cabin.like sher gochuun na jajabeessaa. guyyaa gaarii!!!
Author Archives: A/hakim woliyi
Jajjabee
Leenca mootii bineensotaa kan godhe maali.guddinaani? dheerinaani? qarummaani?bareedinaani? Miti guddinaan osoo tahee arbatu jira.dheerinnaan osoo tahee santawwaatu jira.qarummaan osoo tahee jeedalatu jira.kana hundaayyuumiti. ILAALCHA ISAATI jedha Dr maali arbi yoo leenca argu kan na nyaachuu barbaadu dhufe.jedhee yaada leenci ammoo cireen koo dhufe jedha yaada.waan hanga dhumaatti dubistaniif galatooma.
Jajjabee
Jajjabee
Ati gorsaa diinagdee keenyaa taatullee ilmi kee garuu.saantiba warqiifi birrii addaan hin beekuu. jedhanii itti qoosan. abbaan ni aare galee ilma yaame. Saantiba warqiifi birrii walbira qabee.kamtu caala jedhee gaafate ilmis abbaa warqiidha jedhee deebiseef.abban tasgabbaahee. jarri maaliif akkas naan jedha jedhee yaade.ilmis guyyaa hundaa hiriyyoonni kee ganama ganama.karaa gubbatti na eeganii saantiba warqiifi birrii walbira qabanii tokko fudhuu naan jedhan.anis saantiba birrii fudhee deema. Jedheen abbaan maaliif kan warqii hin fuudhin jedhee gaafate. Koottu aabbaa jedhee boorsaa itti agarsiise.abbaanis amanuu dadhabe sababnni isaa saantiba birrii heddutu achi keessa jira waan taheef.agartee abbaa guyyaa ani saantiba warqii fuudhe hiriyyoonni keetis natti hin kolfan anis galii kiyya kan guyyaa guyyaa hin argadhu jedhee deebiseef.hanga bakka yaaddan geesanitti jecha namaatiif gura hin keninaa.galtoomaa nghaan turaa!!!
Jajjabee
Leenca mootii bineensotaa kan godhe maali.guddinaani? dheerinaani? qarummaani?bareedinaani? Miti guddinaan osoo tahee arbatu jira.dheerinnaan osoo tahee santawwaatu jira.qarummaan osoo tahee jeedalatu jira.kana hundaayyuumiti. ILAALCHA ISAATI jedha Dr maali arbi yoo leenca argu kan na nyaachuu barbaadu dhufe.jedhee yaada leenci ammoo cireen koo dhufe jedha yaada.waan hanga dhumaatti dubistaniif galatooma.
Jajjabee
Waan kudhan gaafattee sagal siif taasifamee tokko osoo hafee.baayistee kan ati dhiphatuuf tokoo hafe saniif.obboleessa naghaan raftee buluun kee raajiidha sababni isaa bakka rafanitti kan hafan heddutu jiru waan taheef.obboleessa wanti amma si cinqu hunddi du’a biratti baayyee salphaadha.abjuu kee kan milkaahes kan hafes galatoom jedhi.
Jajjabee
Akkamitti maatii koo.jaalallee koo.hiriyyaa koo. Jijiira jettee hin dhiphatin.namani fedhii isaa malee hin jijjiiramu.jireenyi qaalaye yoom gadi bu’a jettee hin yaadin.jireenyi akkanuma.rooba samii bu’u dhaabuu hin dandeettu.garuu dibaabee banchuu ni dandeetta obbolleessa jireenyi ulfaate jechuu osoo hin taane ati jireenyatti ulfaattee argamuu qabda.galatoomaa nghaan turaa.
Untitled
Yaalii yeroo jalqabaa
Mootummoonni hanga ammaa oromiyaa bulchan meeqa

