Jajjabee

Leenca mootii bineensotaa kan godhe maali.guddinaani? dheerinaani? qarummaani?bareedinaani? Miti guddinaan osoo tahee arbatu jira.dheerinnaan osoo tahee santawwaatu jira.qarummaan osoo tahee jeedalatu jira.kana hundaayyuumiti. ILAALCHA ISAATI jedha Dr maali arbi yoo leenca argu kan na nyaachuu barbaadu dhufe.jedhee yaada leenci ammoo cireen koo dhufe jedha yaada.waan hanga dhumaatti dubistaniif galatooma.

Leave a Comment